Lubbuun too waan bayee yaddi.
Mia koro sentas multajn sentojn.
Akkoyyye tiya yeroo isshen seenaa durii nati himtu bayeen gamaada.
Mi feliĉas, kiam mia avino diras al ni rakontojn vespere.
Yeroon hiriyyotaa kiya wajiin taphadhu ijolummatu nattidhgahama.
Mi amuziĝas, kiam mi ludas kun mia amiko.
Yeroo Abbon koo maalaqqa ofharkaa hinqabu naan jedhu bayyeen gadda.
Mi malfeliĉas, kiam mia patro diras ke li ne havas monon.
Yeroo harmeen ko nahammattu jaallatamu koottu nati dhagaham.
Mi sentas min amata, kiam mia patrino brakumas min.